product.title

Qajeel fama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Warld Impaakt (World Impact) akka lakkoobsa Awurooppaatti, bara 2008 irraa eegalee, gareewwan dhaabbii waldaa Ameerikaa fi addunyaa maraatti haala tajaajila mataa isaanii keessatti tooftaalee dhaabbii waldaa akka qopheesatan hidhachiisu fi leenjisurra jira. Qajeelfamni dhabbii waldaa qajeelfama dhaabbii waldaa ivaanjeliiti(magaalaa mana aruumsaa macaafa Qulqukuutti)

Kitaabni qajeelfama kana irratti hundaa’ee kun gareewwan dhaabbii waldaa haala fi fedhii mataa isaanii keessatti karoora tarsiimoo akka qopheessan gargaaruuf kan qophaa’e dha. kitaabni kun waldaa haaraa dhaabuuf yoo ta’e ykn irra deebi’anii dhaabuuf qophaa’aa jirtu yo ta’e (deebi’anii jalqabuu, haaromsuu, ykn deebi’anii jalqabuu) ykn hoggansa paastaroota waldaa jiru tokko keessatti dhaloota itti aanutti dabarsuudhaaf ykn sochii dhaabbii waldaa jalqabuuf kan qophooftan yo ta’e gargaarsa kan ta’u dha.